Waamicha:
Waldaan Wangeelaa Oromoo Frankfurt fi Tokkummaan Waldoota Oromoo Wangeelaa Awuropaa Ebla (May) 13-15, 2010 Walgahii haafuuraa qopheesu. Kanaaf konfrensii kana irratti argamtanii barumsa Macaafa Qulquluu fi jajjabina haafuuraa akka argatan waldaan keenya kabajaan isiin afeerti.
Barsiisota:
Luba Tasgaraa Hirphoo, Waldaa Warra Wangeela Afaan Oromoo biyya Jarmanii
Luba Dassaaleny Mangashaa, Waldaa Wangeelaa Oromoo Oslo, Norway
Margaa Nagari, Waldaa Wangeelaa Oromoo Frankfurt
Faarfattoota Waldaa Wangeelaa Oromoo Oslo, Norway
Yeroo: Kamisa, 13.05., sa’a 16:00
Jimaata fi Sanbata-duraa ganama sa’a 10:00tti egala.
Qunnamtii:
Ökumenisches Zentrum Christuskirche
Beethovenplatz 11-1
60325 Frankfurt am Main
Hauptbahnof irraa U4 Richtung Bockenheimer Warte
Station isa dhumaa irratti buutanii, karaa bitaa Dantestrasse gara Ostbanhof erga ol baatanii, Meterii 100 irratti Waldaa agartu.
Cheeruu Tel. 06171635946 /
015207936356
Margaa Tel. 017649609236
Eliyaas Tel. 06936603969 /
01620186117 Fiqaaduu Tel. 01625114482 |